Damee saayinsii
Dameen saayinsii, saayinsii, dameewwan saayinsii ykn gosoota saayinsii jedhamuunis kan waamaman, yeroo baay'ee gareewwan gurguddoo sadiitti qoodamu:
- Saayinsii idilee(Formal Sciences) : qo'annoo sirnoota idilee kan akka damee Yaaya(logic) fi herregaa jala jiran,
- Saayinsii uumamaa : qorannoo taateewwan uumamaa qo'ata (kanne Xinwalaabuu(cosmology), Xindachee(ji’ooloojii), Xinseerumamaa(fiizikaasii), keemistrii, fi xinjiree walaabuu dabalata). Saayinsii uumamaa damee gurguddoo lamatti qoodamuu danda’a: saayinsii fiizikaalaa(Allee'aawaa) fi saayinsii jireenyaa (ykn xinjiree ).
- Saayinsii hawaasaa : qorannoo amala namaa gama hawaasummaa fi aadaa isaatiin.
Saayinsii | |||
---|---|---|---|
Saayinsii idilee | Saayinsii impiriikaalaa | ||
Saayinsii uumamaa | Saayinsii hawaasaa | ||
Hundee | Loojikii ; Herrega ; Istaatistiksii | Fiiziksii(xinseeruumamaa) ; Keemistirii ; Baayoloojii(xinjiree) ; Saayinsii lafaa ; Astronomy(Xinurjii) |
Diinagdee ; Saayinsii siyaasaa ; Hawaasummaa ; Xiin-sammuu ; Antiroopooloojii(Ximmada) |
Iyyata | Saayinsii kompiitaraa | Injinariingii ; Saayinsii qonnaa ; Qoricha ; Faarmaasii |
Bulchiinsa daldalaa ; </br> Seera seeraa ; Peedaagoojii |