Saayikoloojii
Xinsammuun damee saayinsii kan faayidaa sammuu fi amaloota namaa qoratu dha. Kaayyoon battalaa xinsammuu namoota dhuunfaa fi gareewwan karaa seera waliigalaa baasuu fi dhimmoota addayaa qorachuun hubachuu dha. Kayyon waligalaa xinsammuu hawaasa fayyaduu dha. Damee kana keessatti, namni hojii xiinsammuu hojjatu xinsammeessaa jedhama, akkasumas saayintistii hawaasummaa, amala ykn sammuu jedhamuus danda'a. Xinsammeessitoonni shoora faayidaan sammuu amala dhuunfaa fi haawaasaa irratti qabu hubbachuuf qoratu, kana wajjin bu'uura xinsammuu fi baayoloojikaawaa kan faayidaa sammuu fi amala duuba jiru alooluu.
{{{Maqaa}}} | |||
[[Category:Saayinsii
Hawaasaa]]