Ji'ooloojii

Wikipedia irraa
Goodinaalee xin-dachee addunyaa

Ji'ooloojii (Greek irra kan dhufe - ge jechuun "Lafa"; fi logos immo "beekumsa") kunii immo science(og-beekuu) yoo ta'u kan qo'atuus wa'ee kutaa planeta keenyaa kan "solid" ta'anii, qabenya, kutaalee, fakkii, seena fi ademsaa fakki isaa (lafa) jijjiru qo'ata. Kunii immo Earth science(Beekumsa Lafaa) kessa tokko dha. Geologistotni ganna planeta kenya hamam akka ta'ee itti dhaqabaniru, kunis wagga billiona 4.6 (4.6x109) dha. Kan qofaa osoo hin ta'in geologistonii, Baqana lafa kan irralafaa ofii kessa qabu akka tectonic platiit kan caccabe yoo ta'u plate kunii immo rheic irra gubba mantle (asthenosphere) irra kan ademmu yoo ta'u kunii immo ademsaa walumma galatti plate tectonics jedhamun. Kana malee geologiston qabenya planetta kenya akka petroleum fi coal, akkasumas sibilotta akka iron, copper fi uranium barbadu fi qussachu irratti hojjatu. Qabenyi birra economyiif barbadamu [[[gemstone]] yoo ta'u, kan birra immo albudotta bayye akka asbestos, perlite, mica, phosphates, zeolites, clay, pumice, quartz, fi silica, akkasumas elementotta akka sulfur, chlorine, fi helium dha.

Planetary geology (kan yerro tokko tokko Astrogeology jedhamu) kunii immo yoo yaddi geology kunii immo yerro planetotta biraa irratti tajajillamu dha. Haa ta'u malee kan qofaa osoo hin ta'in planetotta tokko tokko maqaan adda ta'e birratti tajajallima, fakkena qo'ano geology Batti yerro tokko tokko selenology kan jedhamu yoo ta'u qo'anoon geology Mars immo areology jedhamu, fakkeni birra bayeen ni jirra.

Maqaan "geology" jedhamu kuni kan yerro duraaf tajajilame namicha Jean-André Deluc jedhamun bara 1778 kessatti yoo ta'u kan akka yerro hunda tajajilamu danda'u kan godhe immo namich Horace-Bénédict de Saussure jedhamuun bara 1779 kessatti. Qo'annon geology kuni Encyclopedia Britannica's sadaffa kan bara 1797 midhafame dhumatte irratti kan hin argamne yoo ta'u, garuu afurrafa kan bara 1809 midhafame xumurame irratti barrefami geology dheranii galma'e ture.[1] An older meaning of the word was first used by Richard de Bury to distinguish between earthly and theological jurisprudence.

References[gulaali | lakkaddaa gulaali]

  1. Winchester, Simon (2001). The Map that Changed the World. HarperCollins Publishers. p. 25.  ISBN 0-06-093180-9