Oromoo Booranaa
Oromoo Booranaa (Booraan jedhamu) ummata Oromoo kan horsiisee buluun jiraatuu yoo ta'u Kibba Oromiyaa fi Kaaba Keeniyaa keessa jiraatu. Boranni qoqqooddama Oromoo keessaa isa tokko yoo ta'u kan biraan Oromoo Baarentuu ti.
Waa'ee Booranaa
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Oromoon kaaba Keeniyaa jiraatann kan isaan achi seenan kibba Itoophiyaa irraa ka'anii yoo ta'u kunis jaarraa 10ffaa keessa yeroo baballina Oromootti ture. Achii booda Oromoon gosa loon horsiisu fi gaala horsiisutti addaan qoqqooddame; gosti kunis Gabraa, Sakuyyee, fi Rendille.
Booranni afaan Booranaa dubbata, kunis Afaan Oromoo kibbaa jalatti ramadama. Afaan Oromoo afaan Kuush damee Afiroo-Eshiyaatiik jalatti ramadama. Walumaagalatti, baayinni ummata Boorana naannoo miliyoona 7 ta'a.
Dhaha Baraa(Calendar)
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Oroomoon Boornaa dhahaa mataa isaani naannoo DHKD 300 akka ummatan yaaddama.
It is believed that the Borana developed their own calendar around 300 BC. The Borana calendar is a lunar-stellar calendrical system, relying on astronomical observations of the moon in conjunction with seven particular stars or constellations. Borana Months (Stars/Lunar Phases) are Bittottessa (iangulum), Camsa (Pleiades), Bufa (Aldebarran), Waxabajjii (Belletrix), Obora Gudda (Central Orion-Saiph), Obora Dikka (Sirius), Birra (full moon), Cikawa (gibbous moon), Sadasaa (quarter moon), Abrasa (large crescent), Ammaji (medium crescent), and Gurrandala (small crescent).[1]
Qoqqooddama
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Booranni akka kanatti addaan qoodama:
- Samaalo
- Walaabuu
- Raayyaa
- Karrayyuu, kan Shawaa Bahaa sulula Awaash keessa jiraatu akkasumas Harargee Dhihaa keessa jiraatu
- Oromoo Walloo
- Oromoo Maccaa, kan laga Dhedheessaa fi laga Gibee giddu jiraatu, kibba amma naannoo Gibee jiraata
- Sirba
- Liibaan
- Jaawwii
- Daal'ee
- Jiddaa
- Guduru
- Oromoo Tuulamaa, kan naannoo Finfinnee jiraatu
- Daaccii
- Oboo
- Diigaluu
- Eekka
- Guulaalee
- Gumbichuu
- Konnoo
- Yaayee
- Galaan
- Aabuu
- Adaa
- Gaduulaa
- Jaarsoo
- Jiddaa
- Libaan
- Sooddo
- Libaan
- Odituu
- Tummee
- Oboo
- Bacho
- Garasuu
- Iluu
- Meexaa
- Uruu
- Waajituu
- Keekkuu
- Jiilllee
- Daaccii
- Raayyaa
- Walaabuu
- Ormaa
- Dayyaa
- Komboo
- Oromoo Gujii, kan kibba Oromiyaa keessa jirratu, isaan ollaa Borana Guttuu fi ummataa Booranaa ti.
- Hokkuu
- Maaxii
- Uragaa
- Oromoo Gujii, kan kibba Oromiyaa keessa jirratu, isaan ollaa Borana Guttuu fi ummataa Booranaa ti.
- Oromoo Booranaa, akkasumas Boraan Guttuu jedhamu, kan godina Booranaa keessa jiraatu, Moyyaalee dabalate. Keeniyaa fi kutaa Somaaliyaa keessas ni jiraatu.
- Oromoo Gabraa, kan kaabaa Keeniyaa keessa naannoo Moyyaalee jiraatu
- Orma, kan kibba Somaaliyaa keessa jiraatu, akkasumas Kaaba Baha Keeniyaa
Kanas Ilaali
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Wabii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Dabalata Dubbisuuf
[gulaali | lakkaddaa gulaali]- Asmerom Legesse, Gada
- Beckingham and G.W.B. Huntingford, Some records of Ethiopia Hakluyt Society, 1954
- Bassi Marco, Decisions in the Shade. Political and juridical processes among the Oromo-Borana Red Sea Press, 2005
- Clifford H F Plowman CMG OBE, Notes On The Gedamoch Ceremonies Among The Boran, (Journal of the Royal African Society, Vol. 18, No. 70 (Jan., 1919), pp. 114-121 )
- ↑ Lawrence R. Doyle, The Borana Calendar REINTERPRETED