Bacho

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Aana Bachoo aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo ta'u Godina Shawaa Kibba Lixaa keessatti argama. Aanan Bachoo karaa kibbaa Kookiriin, karaa dhihaa Walisoo fi Gooroo, karaa kaaba-lixaa Daawodhaan, karaa kaabaa Iluudhaan, fi karaa bahaa Toleedhaan daangeffamtee argamti. Magaalaa guddaan aanaa kanaa Tullu Boolloo dha.

Wabii[gulaali | lakkaddaa gulaali]


Aanolee Shawaa Kibba Lixaa
Amayya | Bacho | Daawoo | Gooroo | Iluu | Qarsaa fi Maallima | Magaalaa Walisoo | Sadan Sooddoo | Sooddo Dachaa | Tolee | Waliso | Wancii