Sadan Sooddoo

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Aanan Sadan Soodoo aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo ta'u Godina Shawaa Kibba Lixaa keessatti argama. Aanan kun karaa kibbaa Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaatin, karaa dhihaatin Walisoo fi Goorodhaan, karaa kaabaa Bachoon, karaa kaaba-bahaa Toleedhaan, fi karaa bahaa Qarsaa fi Qondaaltittiidhaan daangeffamee argama. Magaalaa guddaan aanaa kanaa Harbuu Culullee


Aanolee Shawaa Kibba Lixaa
Amayya | Bacho | Daawoo | Gooroo | Iluu | Qarsaa fi Maallima | Magaalaa Walisoo | Sadan Sooddoo | Sooddo Dachaa | Tolee | Waliso | Wancii