Jimma
Magaalaa Jimmaa | |||
| |||
Biyya: | Itoophiyaa | ||
Naannoo: | Oromiyaa | ||
Godina: | godina Addaa Jimmaa | ||
Aanaa: | Qarsaa | ||
Ganda: | |||
Ol ka'iinsa: | 1,780 m | ||
Baayyina ummataa: | 207,573 | ||
Tuuta'insa ummataa: |
Jimma magaalaa guddaa kibba-lixa Itoophiyaa yoo ta'u Finfinneerraa km330 fagaatee argama. Jimmi, nannoo Oromiyaa keessatti godina addaa yoo ta'u godina Jimmaatin marfamee argama. Magaalaan kun loongitiyuudi fi laatitiyuudii 7°40′Ka 36°50′B irratti argamti. Filannoo bara 2007 dura, Jimmi akka godina addaatti qoodamte.
Wabii[gulaali | lakkaddaa gulaali]
- Jimmaa
Godinaalee Oromiyaa[1][2] |
Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa |
- ↑ "Oromia zone". oromiyaa.gov.et.
- ↑ "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". obnoromia.com (in oromo).