Qarsaa (Jimma)
Appearance
(Qarsaa irra kan qajeele)
Qarsaan aanaa Godina Jimmaa keessatti argamu yoo ta'u magaloota akka Jimmaa fi Sarboo aanaa kana keessatti argamu. Aanaan kun karaa kibba-bahaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatin, karaa lixaa Aanaa Maannatiin, karaa kaaabaa Aanaa Limmuu Kossatin, karaa kaaba-bahaa Xiroo Afataatin, akkasumas karaa kibba-bahaatin Aanaa Oomoo Naaddatiin daangeffamte argamti.
| Aanolee Jimmaa |
| Deedoo | Geeraa | Gommaa | Qarsaa | Limmuu Saqqaa | Limmuu Kossaa | Maannaa | Oomoo Naaddaa | Saqqaa Coqorsaa | Saxxammaa | Sigimoo | Sokorruu | Xiroo Afataa |