Tishuu

Xinjiree keessatti gummeen Seelonni caasaafi dalagaan walfakkaatan walitti gurmaa’uunii dha. Orgaanizimoota lubbiyyeedduu keessatti tishuuwwan garagaraa dalagaa murtaa’aa mataa isaanii qabu. Sana booda qaamoleen kan uumaman garee dalagaa tishuuwwan hedduu walitti qabuudhaani.