Boqojjii (aanaa)
Appearance
| Boqojjii | |||
|
| |||
| Biyya: | Itoophiyaa | ||
| Naannoo: | Oromiyaa | ||
| Godina: | Arsii | ||
| Magaalaa Guddaa: | Boqojjii (magaalaa) | ||
| Baayyina ummataa: | 234 741 (2005) | ||
| Tuuta'insa ummataa: | |||
Aanaan Boqojjii burqaa atileetota bebbeekkamoo Oromiyaati. Kanneen keessaa Daraartuu Tulluu, Qananiisaa Baqqalaa, Taarikuu Baqqalaa, Faaxumaa Roobaa, Xurunash Dibaabaa, Ijjigaayyoo Dibaabaa fi Mastawit Tufaafaa maqaa dhahuun ni danda'ama.
| Aanolee Arsii | |
| Amiinyaa | Aseko | Maagallaa Asalla | Baale Gasgaar | Collee | Digaluu fi Xijjoo | Diiksis | Doddota | Enkelloo Waabee | Gololchaa | Gunaa | Hexoosa | Jajjuu | Limmuu fi Bilbiloo | Loddee Hexoosaa | Martii | Muneessa | Roobee | Seeruu | Siree | Shirka | Sude | Tena | Xiyyoo | Zuwaay Dugdaa |