Jump to content

Boqojjii (magaalaa)

Wikipedia irraa
Boqojjii
በቆጂ
Biyya:Itoophiyaa
Naannoo:Oromiyaa
Godina:Arsii
Aanaa:Boqojjii (aanaa)
Ganda:
Ol ka'iinsa:2810 m.
Baayyina ummataa:16 730 (2005)
Tuuta'insa ummataa:

Boqojjiin magaalaa naannoo Oromiyaa godina Arsii keessatti argamtu. Magaalli kun ol ka'iinsa lafa meetira 2810 kan qabdu yoo ta'u, sararaa mudhii lafaa (equator) irraa gara kaabaatti 7°35′ fi gara bahaatti 39°10′ fagaattee argamti. Magaalaan kun teessuma bulchiinsa anaa Boqojjii taatee tajaajilti.