Naannoo Amaaraa

From Wikipedia
Jump to navigation Jump to search
Amaaraa
Flag of the Amhara Region.svg
Amhara in Ethiopia.svg
Biyya: Itoophiyaa
Magaalaa Guddaa: [[]]
Afaan Hojii: [[]]
Ballina: 154 709 km²
Baayyina ummataa: 17 221 976 (2007)
Tuuta'insa ummataa: 110/km²

Naannoon Amaaraa naannoolee saglan biyya Itoophiyaa keessaa tokko ,qubsuma saba Amhara people (Amaaraa) yootaatu, dur naannoo 3 jedhamaa turte. Magaalaa guddoo ishii Baahir Daar jedhamti. Harri guddaan Itoophiyaa Lake Tana (Xaanaa), akkasumas, paarkiin Semein Mountain National Park fi gaarri olka'insa lafaan tokkoffaa Rash Dashen (Raash Daashin) achitti argama.

Qoqooddama Itoophiyaa Flag of Ethiopia
Naannoo
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay
Magaalota Of Bulchan
Finfinnee | Dirre Dhawaa
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo