Naannoolee Itoophiyaa
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
Itoophiyaan federeshinii giddugala jalatti naannoolee mataa ofiin of bulchaan qabduu dha. Naannoolee sagalii fi bulchiinsi magaalaa lama Heeraa Mootummaa Itoophiyaan bara 1992 raggaasifame. Bara 2012 Godinnii Sidaamaa rifarandamii godheen sagalee akkaan caalmaa ta'e argachuun naannoo kudhanaffa Itoophiyaa ta'e. Naannoolee kanniin keessaa ummata baayyee qabaachuun Oromiyaan tan duraati. Oromiyaan ballina lafaa 286,612 km2 qabaachuunis naannoolee hundarra guddoo yoo taatu naannoon Harar immo baayyina ummataa fi ballina lafaan ishee xiqqoo dha.
Tarree Naannoolee Itoophiyaa fi Bulchiinsa Magaalaa[edit | Lakkaddaa gulaali]
Kaartaa | Alabaa | Maqaa | Lakkoofsa Ummataa[1] | Ballina (km2) | Tuuta'iinsa Ummataa km2 |
Magaala Guddoo |
---|---|---|---|---|---|---|
1 | ![]() |
Finfinnee (city) | 3,273,000 | 526.99 | 5,198.49 | Finfinnee |
2 | ![]() |
Naannoo Affaar | 1,723,000 | 72,052.78 | 19.58 | Samaraa |
3 | ![]() |
Naannoo Amaaraa | 27,401,000 | 154,708.96 | 177.11 | Bahar Daar |
4 | ![]() |
Naannoo Benishaangul-Gumuz | 1,005,000 | 50,698.68 | 13.23 | Asoosaa |
5 | ![]() |
Dirree Dhawaa (city) | 440,000 | 1,558.61 | 219.32 | Dirree Dhawaa |
6 | ![]() |
Naannoo Gaambeellaa | 409,000 | 29,782.82 | 10.31 | Gaambeellaa |
7 | ![]() |
Naannoo Harar | 232,000 | 333.94 | 549.03 | Harar |
8 | ![]() |
Naannoo Oromiyaa | 33,692,000 | 284,537.84 | 95.45 | Finfinnee[2] |
9 | ![]() |
Naannoo Somaalee | 6,453,000 | 279,252 (est.) | 15.90 | Jijjigaa |
10 | ![]() |
Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | 11,426,000 | 93,800 | 121.81 | Hawaasaa |
11 | ![]() |
Naannoo Tigraay | 10,056,000 | 53,638 | 94.66 | Maqalee |
12 | ![]() |
Naannoo Sidaamaa | 6,850,000 | 12,000 | 451.83 | Hawaasaa |
Qoqooddama Itoophiyaa | ![]() | |
---|---|---|
Naannoo | ||
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay | ||
Magaalota Of Bulchan | ||
Finfinnee | Dirre Dhawaa | ||
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura | ||
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo |
- ↑ "Ethiopia". City Population.
- ↑ "Oromia Regional State".