Naannoo Somaalee
Appearance
(Naannoo Sumaalee irra kan qajeele)
Sumaalee | ||
| ||
Biyya: | Itoophiyaa | |
Magaalaa Guddaa: | Jigjigaa | |
Afaan Hojii: | Sumaaliffa | |
Ballina: | 279,252 km² | |
Baayyina ummataa: | 5,318,000 | |
Tuuta'insa ummataa: | 19/km² |
Mootummaan Naannoo Sumaalee (Afaan Sumaalee: Gobolka Soomaalida) mootummoota naannoo Itoophiyaa keessa tokko; naannoon kun fiixe baha biyyattiitti argama. Yeroo baayyee naannon Sumaalee Soomaali Galbeed ("Sumaaliyaa Dhihaa") jedhama; kunis Sumaaliyaarraa gara dhihaatti waan argamuu fi. Naannoon kun karaa dhihaa naannoo Oromiyaa, naannoo Affaarii fi Dirre Dhawaadhaan, karaa kaabaa Jibuutidhaan, karaa kaabaa, bahaa fi kibbaa Sumaaliyaadhaan, fi karaa kibba-lixaa Keeniyaadhan daangeffama.
Wabii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]SumaaleSumaale
Qoqooddama Itoophiyaa | ||
---|---|---|
Naannoo | ||
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay | ||
Magaalota Of Bulchan | ||
Finfinnee | Dirre Dhawaa | ||
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura | ||
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo |