Naannoo Affaar
Appearance
| Mootummaa Naannoo Affaar | ||
|
| ||
| Biyya: | Itoophiyaa | |
| Magaalaa Guddaa: | Samaraa | |
| Afaan Hojii: | Affaar | |
| Ballina: | 72,053 km2 | |
| Baayyina ummataa: | 1,602,995 | |
| Tuuta'insa ummataa: | 22/km² | |
Mootummaa Naannoo Affaar mootummoota naannoo kan Itoophiyaa salgan keessa tokko. Mootummaan Naannoo Affaar iddoo jireenyaa ummata Affaari. Magaalaa guddoon naannoo kanaa magaalaa reefu ijaarramte Samaraa dha.
| Qoqooddama Itoophiyaa | ||
|---|---|---|
| Naannoo | ||
| Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay | ||
| Magaalota Of Bulchan | ||
| Finfinnee | Dirre Dhawaa | ||
| Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura | ||
| Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo | ||