Affaar

From Wikipedia
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Affaar (Affaar: Qafár), Danaakil jedhamaniis ni waammamu, saba Gaanfa Afrikaa keessa jiraatudha. Baayinnaan ummanni Affaar Itoophiyaa keessa mootummaa naannoo Affaar keessa fi kaaba Jibuutii keessa jiraatu, namoonni muraasni ammo kibba Eertiraa keessa jiraatu. Ummanni Affaar afaan Affaariffaa dubbata.