Wirmaata

.

Cell biology kessatti, nucleus(wirmaata) (plural nuclei; Latin irra Template:''nucleus'' or Template:''nuculeus'', kernel) organelle membraneniin(suga haguugee lubbiyyoo) marfamee argamu yoo ta’u kan itti argamus eukaryotic cells( lubbiyyoo Wirmaata Dhugaa/ niwkilasii dhugaa) bayye kessa. niwkilaasi ykn wirmaata keessattii meeshaa jeenetiksii ykn Dhalmaya DNA Molekuloota(citaanga) pirootiinota akka histoonii kiroomozoomii jedhaman waliin walitti hidhaman of keessaa qaba. Jiiniin kiroomozoomii jiinooma niwukilaraa/wirmaata seelii jala jiru keessatti argamu. Hojiin niwukilasii qulqullina jiiniiwwan kanaa eeguu fi ibsa jiinii to’achuudhaan sochii seelii to’achuudha.
Kuttalle nucleus bekkamo ta’an nuclear envelope fi nuclear lamina dha. Nuclear envelopen membrane daballata (membrane lama) kan organelleotta hunda ofii kessatti marsee, wantotta nucleus kessatti argaman kan cytoplasm irra gargar bassu dha. Nuclear laminan immo waan walitti xaxame yoo ta’u jabbena akkumma cytoskeleton celli kennu innillen nucleus kenna. Nuclear membranen moleculotta bayye waan hin dabarsineef (impermeable membrane waan ta’ef) demma moleculotta nucleus fi cytoplasma jiddu akka jirrattu urran nucleus (nuclear pore)n jirrachun barbachisaa. Urrotni kuni membreni lachu kessa waan dabranif akka dandii moleculotta diddiqo fi ionotta ta’e tajajilla gudda kenna. Demma moleculotta guggudo akka protein jirran geggesuf egganoon kan godhamu yoo ta’u, active transportiin carrier proteiniin geggefamu jirrachu qaba. Nuclear transportiin hojja cellif bayye barbachisaa dha, kunis sababa demman urra kessani godhamu “gene expression” fi “chromosomal maintenance”ii waan qarqaruf.
Waantotti cell kessatti argaman membren qabachu battanulle, kessi nucleus gossa tokko mitti. Nucleusiin wantotta diddiqo ‘subnuclear’ ta’an qaba, wantotti kun immo protein, moleculotta RNA fi kutta DNA garagara ta’e ofii kessa qabani. Kaneen kessa kan bekkama ta’e nucleolus dha, kunnis bayyinan ribosome midhagsu irratti tajajilla. Ergaa nucleolus kessatti midhafamani bodda, ribosomotni gara cytoplasmatti dhaqanni mRNA jijjiru.