Jump to content

Godina Arsii Dhihaa

Wikipedia irraa
(Arsii Dhihaa irra kan qajeele)

Godinni Arsii lixaa godinaalee Oromiyaa kessa isa tokko. Arsiin lixaa bara 1998 ALI godinoota sadii duraan jiran Godina Baalee , Godina Arsii fi Shawaa Bahaa irra aanoota baadiyaa 12 fi bulchiinsa magaala 3 walitti fiduudhan kan hundoofte

ANOOTA GODINA ARSII LIXAA FI MAGALOTA ISAANI

MAQA ANAA. MAQA MAGALA ISHE

Adaabbaa. Adaabbaa

Arsii Nagellee Nagellee arsii

Dodola. Dodola

Gadab Asaasaa. Assasa

Kofalee. Kofalee

Kokkosa Kokkossa

Qoree. Qoree

Naansabo. Naansabo

Siraaro Siraaro

Shaallaa. Ajjee

Hebaan arsii. Hebaan

Magaalaa Shaashamannee Shaashamannee

Naannawaa Shaashamannee Shaashamannee


Godinaalee Oromiyaa[1][2]
Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa


Aanolee Arsii Dhihaa
Adaabbaa | Arsi Nagallee | Dodola | Gadab Asaasaa | Kofalee | Kokosa | Kore | Naansebo | Siraaroo | Shaalla Magaalaa Shaashamannee | Naannawaa Shaashamannee
  1. "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". obnoromia.com (in oromo).