Ale (aanaa)

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Aanaan Aallee aanaalee Godina Iluuabbabooraa 24 argaman keessa isa tokkoo oggaa ta'uu aanaan kun kan argamu magaala guddoo godinicha kan taatee Mattuu irra gara Kibbaatti.Aanaan kana kan daanggeessan Kaabaan aanaa Mattuu,Kibbaan aanaa Diiduu,Bahaan aanaa Beechoo,Dhihaan aanaa Haaluutti.Baayinni ummata aanichaa akka CSA bara 2007tti 640251 yoo ta'uu kana keessa dhiirrii 32025,dubartoota 32226 dha.Baayina ummata kana keessa magaala kan jiraatan 9044 oggaa ta'aan baadiyyaa kessa kan jiraatan 55207 dha.Magaallii guddoon aanaa kana Goree oggaa ta'uu baayinni ummata magaala kana akka ragaa bara 2005tti(CSA)12708 yoo ta'uu kana keessa dhiirri 6125 dubartootni 6583 dha.


Godinaalee Oromiyaa[1][2]

Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa
  1. "Oromia zone". oromiyaa.gov.et. 
  2. "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". obnoromia.com (in oromo).