Sidaamoo

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Sidaamoon kutaa bulchiinsaa kibba Itoophiyaa ture yoo ta'u magaalaa guddansaa duraan Yirgaalam, bara 1978 asii kaasee ammoo Awaasaa ture. Sidaamon kan moggaafamee magaa saba naannoo sana jiraatu Sidaamaa irraayi. Sidaamaan kibba-giddugaleessaa biyyattii keessa jiraatu. Mootummaa guddaan saba kanaa Mootummaa Kafaa ture.

Akkaataa qoqqooddama bulchiinsaa isa durii kanaan, Sidaamon karaa dhihaa Gaamuu-Gofaatin, karaa kaabaa Shawaadhan, karaa kaabaa fi bahaa Baalen, amma xiqqoo karaa kibba-bahaa Somaaliyaadhan, fi karaa kibbaa Keeniyaadhan daangeffama ture.

Wabii[edit | Lakkaddaa gulaali]

Qoqooddama Itoophiyaa Flag of Ethiopia
Naannoo
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay
Magaalota Of Bulchan
Finfinnee | Dirre Dhawaa
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo