Jump to content

Sheekkoo

Wikipedia irraa

Sheekkoon ( Afaan Ingiliish: Fable; Sheeko Sheekkoo) gosa afoolaa keessaa tokko ta’ee falaasama bifa seenaan dubbii bineensotaa, meeshaa fi namaan safuu, naamuusaa fi wajjiin jireenya ijoollee kan ittiin barsiisaniidha. Sheekkoo abshaalummaa fi doofummaa, jaalalaa fi jibba, dabeessaa fi goota walbira qabanii ka gaarii ta’e ijoolleen addaan baaftee akka barattuuf gargaara.

Manguddoon sheekkoo kalaqanii ijoollee ittiin gorsu. Dabalataan ummatni Oromoo qorumsaa fi ilaalcha addunyaa kanaaf qabu kan ittin ibsatuudha. Akkasuma waan ifatti dubbachuun hin danda’amne fi dhorkame karaa dubbate dhimma itti ba'uudha.[1]

Kanas ilaali

[gulaali | lakkaddaa gulaali]

oduun durrii Affola Affan oromoo