Afaan Ingiliish
Appearance
| Afaan Ingiliish (Afaan Ingiliffaa) | |
|---|---|
| Kan dubbatamu: | UK fi Addunyaa mara |
| Naannoo: | Addunyaa mara |
| Dubbattoota: | UK fi addunya mara |
| Sadarkaa: | Idil-addunyaa |
| Qooddama: | |
| Haala Ofiseelummaa | |
| Afaan ofiseelaa: | |
| Kan too'atu: | |
| Koodii | |
| ISO 639-1 | en |
| ISO 639-2 | eng |
| Kanas ilaali: – Afaan | |
Afaan Ingiliish afaan Dhiha Jermanik kan yeroo duraaf giddugala Ingilaand duri dubbatamaa dhawataan afaan waligaltee idil-addunyaa ta'eedha. Yeroo ammaa biyyoota akka UK, USA, Awustireliyaa fi hedduu keessatti dubbatama.