Awustireliyaa

Wikipedia irraa
Iddoo itti argama Awustireliyaa.
Kartaa Awustireliyaa.

Awustireliyaa, akka ofiisaatti Koomanwelt Awustiraaliyaa ta'uu ibsameera, kan jedhamtu biyya kibba Hemispheretti argamu yoo ta'u, lafti kun Ardii addunyaa keessaa diqqitti ofii kessa qaba. Haa ta'u malee Awustireliyaa odoloota guguddoo kan akka Tasmaaniyaa fi odoloota xixiqqaa Garba Indiyaa fi Garba Paasifiik kessatti argamanii of keessaa qaba. Biyyonni dhihoo Awustireliyaatti argamani kaaban Indoneeshiyaa, Tiimor Bahaa fi Paappu'aa Niwuu Giinii, kaaba bahaan Odoloota Solomoon, Vaanu'atuu fi Niwuu Kaledooniyaa (Firaansi irra kan bilisoomtee) akkasumas kibba bahaan Niwuu Ziilaandi jedhamanitu argamu. Magaalaan guddoon Awustiraaliyaa Kaanberaa yoo taatu, magaalaan guddittii ammoo Siidnii dha.

Mootummootaa fi naannolee[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Alaabaa Asxaa qaamaa Maqaa Magaalaa guddoo
Flag of Western Australia.svg Coat of Arms of Western Australia.svg Awustiraaliyaa Dhihaa Perth
Flag of South Australia.svg Coat of arms of South Australia.svg Awustiraaliyaa Kibba Adelaayid
Flag of Queensland.svg Coat of Arms of Queensland.svg Kuwiinslaand Brisbeen
Flag of the Australian Capital Territory.svg Coat of Arms of the Australian Capital Territory.svg Naannoo Magaalaa Guddittii Awustiraaliyaa Kaanberaa
Flag of the Northern Territory.svg Coat of arms of the Northern Territory.svg Naannoo Kaabaa Daarwiin
Flag of New South Wales.svg Coat of Arms of New South Wales.svg Niiw Saawuz Weels Siidnii
Flag of Tasmania.svg Coat of arms of Tasmania.svg Taasmaaniyaa Hoobart
Flag of Victoria (Australia).svg Coat of Arms of Victoria.svg Viiktooriyaa Melboorn

Akkasumas ilaali[gulaali | lakkaddaa gulaali]


Ardii