Jump to content

Safuu

Wikipedia irraa

Safuun hariiroo uumaa fi uumama jidduutti gochoota ta'uu qabaniifi kan ta'uu hin qabne seera adda baasuudha. Safuun, kanneen akka quxisuufi hangafa, ilmaani fi warra, ofiifi nama biraa jidduu kabajni jiraachuu itti ibsamudha. Safuun, yeroo akka cidhaa, Gadaa, ayyaana, lola, nyaataa fi gochoota biroo keessatti seera itti raawwatanidha.

Oromo biratti, safuun kan Waaqaati. Namni safuu cabse: dhukkubsachuun, maraachuun, maseenuun, nagaa dhabuun isa mudata jedhamee amanama. Oromoon wanta qaanyi yoo arge ykn waan Waaqni qofa beeku gaafa gaafatame, "Safuu!" jedha.

Waaqeffannaan akka amanutti, safuun kan dhala namaafi uumamaaf kenname jalqabaa kaaseeti. Waaqni uumama yeroo uume, Safuus wajjiin uume. Dhalli namaas Safuu jalqabaa kanaan buluu eegale; ittiin buluun duubattis fakkeeffannaa Safuu kanaan seera tumatee walis ta’ee, uumama qajeelchuu eegale. [1][2]

Safuun namoota gidduuttis bifoota garagaraatiin ni'ibsama, nihubatamasi. Safuun, jechaan, gochaa ykn meeshaaleetiin walqabsiifamee ibsamuu dandaha. Kunis, akkuma keeyyata lammaffaa oliinii keessaatti jechaan, sochii durba heerumuuf geesse irraa eeggaman keessattiifi uleen Siinqee Haadha Siinqeen alatti qabamuu dhabuun kabajaan walqabatee, durduubessaan(respectively) akka fakkeenyaatti ilaalamuu kan dandahudha. Qorannoo gochaatiinis ta'e qorannoo bal'aatiin, Safuun fakkeenyota babal'inaan gabbatee insamuu nidandaha.

Maqaa kabajaa

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Kanas ilaali: Maqaa kabajaa Jimmaa

Safuu Oromoo keessaa tokko maqaa kabajaan nama waamuudha. Maqaa Kabajaan hawaasa Oromoo garagaraa biratti haala adda addaan kennama. Baayyinaan ummata Oromoo Shawaa biratti, namoota ilmoo hinqabne yeroo baay’ee maqaa farda inni yeroo heddu yaabbatuun waamu. Akkasuma, gaafa cidhaa, ganama misirroodhaaf, maqaa kabajaa kennuun ummata Oromoo Jjimmaa biratti baayyinaan beekkamaadha. Gaafa ilmoo horan, maqaa ilmoo irratti hundaa'un maqaan kabajaa haadha fi abbaaf kennama. Gaafa nama guddaa waaman, nama hiriyyaa abbaa sii ta'un adeeroo nama hiriyyaa haadhaa sii ta'un haboo ykn immoo isin jedhu.

Akkasumas, Safuun, maqaa waamuu dhabuudhaan/diduudhaan ibsamuu dandaha. Fknf. haati haadha warraa maqaa abbaa warraa hintala ishii kallattiidhaan waamuu dhabuun Safeeffannaan jiraachuu agarsiisuu dandaha. Kunis, abbaan warraa mucaa argatee, maqaan moggaafameefii, maqicha mogaafameetti, "Abbaa ..." jedhamee hamma waamamu dandahutti jechuudha.

Kanas ilaali

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
  1. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  2. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu[dead link]