Qeeramsa

Wikipedia irraa
?Qeeramsa
Leopard.jpg
Odeeffaannoo
odeeffannoo saayinsaawaa
mootummaa: Bineeldoota (Animalia)
Murna: lafee qabeeyyii (Chordata)
Gita: hoosiftoota (Mammalia)
Tartiiba: Sooratto Foonii (Carnivora)
Warra: Bashurreyyii Felidae
Qaccee: Deeroowwan Panthera
Sanyii: Qeerramsa P. pardus
Moggasa magaslamee
''Panthera pardus''
(Linnaeus, 1758)
Leopard distribution.gif

Qerramsa (maqaa Roomaa Panthera pardus jedhamuun ogeeyyii baayoloojii biratti kan beekamu) hoosistuu Eeshiyaa, Afrikaa fi Baha Giddu Galeessaa keessatti argamudha.

  1. Template:IUCN2006 Database entry includes justification for why this species is of least concern