Namoota FDG 2015/2016 irratti ajjeefaman
Appearance
Tarreen armaan gadii kun namoota FDG 2015/2016 irratti ajjeefaman qabata.
| Lak | Maqaa | Teessoo | Umurii | Guyyaa Du'aa | Hojii/Dabalata | |
|---|---|---|---|---|---|---|
| 1 | Mahammad Daawud | Harargee Dhihaa, Daaroo Labuu | Bitootessa 20, 2016 | |||
| 2 | Alii Burii | Arsii Lixaa, magaalaa Kofalee | Bitootessa 30, 2016 | Hojjataa Hoteela Hawwii kan Kofalee | ||
| 3 | Tasfaayee Diriirsaa | Shawaa Dhihaa, Tokkee Kuttaayee | 15 | Bitootessa 25, 2016 | ||
| 4 | Tolasaa Dhufeeraa | Shawaa Dhihaa, Abuunaa Gindabarat | 20 keessa | Amajjii 15, 2016 | barataa waggaa 4ffaa Muummee Elektirikaal | |
| 5 |
Goobantii Caakkaa |
Shawaa Dhihaa, Ambo | Bitootessa 27, 2016 | |||
| 6 | Abduljaliil Mahaammad | Harargee Bahaa, magaalaa Soqaa | Bitootessa 26, 2016 | barataa kutaa 12ffaa | ||
| 5 | Girmaa Darajjee | Wallagga Bahaa, Giddaa Ayyaanaa | Bitootessa 21, 2016 | barataa kutaa 11ffaa | ||
| 6 | Abdulkariim Abdullaahi | Harargee Bahaa, Gurawaa, Araddaa Biiftuu | Bitootessa 17, 2016 | |||
| 7 | Abbaas Roobaa | Arsii Dhihaa, magaalaa Adaabbaa | 16 | Bitootessa 16, 2016 | ||
| 8 | Abduljabbaar Toofiq | Harargee Bahaa, Awwadaayi | Bitootessa 14, 2016 | barataa | ||
| 9 | Haydar Aliyyii | Harargee Dhihaa, Bookee Xiqqoo | Bitootessa 10, 2016 | |||
| 10 | Misgaanuu Masarat | Bitootessa 4, 2016 | barataa kolleejjii Barsiisootaa Naqamtee | |||
| 11 | Biraanuu Xaafaa | Shawaa Dhihaa, Aanaa Midaaqanyi | Bitootessa 3, 2016 | daldalaa | ||
| 12 | Bojaa Qaabataa | Shawaa Dhihaa, Aanaa Jalduu, Shukutee | Bitootessa 3, 2016 | |||
| 13 | Dagafaa Firrisaa | Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjoo | Gurraandhala 29, 2016 | |||
| 14 | Fayyisaa Caalii | Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjoo | Gurraandhala 29, 2016 | |||
| 15 | Tasfaayee Caalii | Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjoo | Gurraandhala 29, 2016 | |||
| 16 | Zarihuun Jireenyaa | Wallagga Bahaa, Arjoo Guddattuu | Amajjii 26, 2016 | |||
| 17 | Abbabaa Lataa | Shawaa Dhihaa, magaalaa Shanan | Amajjii 25, 2016 | barataa | ||
| 18 | Barii Sayid | Harargee Dhihaa, Masalaa | Amajjii 5, 2016 | |||
| 19 | Abbabaa Lataa | Shawaaa Lixaa, magaalaa Shanan | Amajjii 25, 2016 | barataa kutaa 8ffaa | ||
| 20 | Mahaammad Adam | Harargee Dhihaa, Asaboo, Waajija | Amajjii 23, 2016 | qonnaan bulaa | ||
| 21 | Shallamaa Tareessaa | Horroo Guduruu, Jimmaa Raaree, Gooban | Amajjii 21, 2016 | barataa | ||
| 22 | Yaasinoo Abdallaa | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
| 23 | Abdallaa Mahammad | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
| 24 | Abdallaa Mohammad | Asaboot | Amajjii 17, 2016 | ajajaa milishaa, namootarratti dhukaasuu waan dideef | ||
| 25 | Abdallaa Hassan | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
| 26 | Mussaa Hasan | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
| 27 | Abdulhakim | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
| 28 | Ahimad | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
| 29 | Leencoo Dinqeessaa | Shawaa Dhihaa, Ambo, Waddeessa | Amajjii 13, 2016 | |||
| 30 | Faahmii Abdurahman | Harargee Dhihaa, Calanqoo | barataa waggaa 4ffaa Muummee Saayinsii Nyaataa, | |||
| 31 | Sobbooqaa Dilgaasuu | Shawaa Dhihaa, Aanaa Midaaqanyi | Amajjii 12, 2016 | |||
| 32 | Caalaa Mahammed | Harargee Bahaa, Haromaayaa | Amajjii 12, 2016 | qonnaan bulaa | ||
| 33 | Fayisaa Daadhii | Shawaa Dhihaa, Ada'aa Bargaa, Mugar | 19 | Mudde 19, 2015 | ||
| 34 | Horaa Bantii | Iluu Abbaaboor, magaala Ganchii | Amajjii 4, 2016 | barataa waggaa 4ffaa Muummee Saayinsii Nyaataa, | ||
| 35 | Zawuduu Suyyum | Shawaa Dhihaa, Ada'aa Bargaa, Mugar | Amajjii 5, 2016 | |||
| 36 | Aalazaar Qalbeessaa | Wallagga Lixaa, magaalaa Innangoo | Mudde 10, 2015 | |||
| 37 | Izaddiin | Harargee Dhihaa, Ciroo | Amajjii 3, 2016 | barataa Yuunivarsiitii Jimmaa | ||
| 38 | Addunyaa Irreessoo | Horroo Guduruu, Jaardegaa Jaartee,
magaalaa Aliboo |
Amajjii 1, 2016 | barsiisaa | ||
| 39 | Gammachiis Xilaahun | magaalaa Najjoo | Mudde 30, 2015 | |||
| 40 | Murataa Alamuu | Godina Addaa Naannoo Finfinnee,
magaalaa Sulultaa |
Mudde 25, 2015 | Abbaa ijoollee lamaa, manasaa cabsanii
seenanii ajjeesan | ||
| 41 | Masarat Dinqaa | Qeellam Wallaggaa, Laalo Qilee | Mudde 26, 2015 | mana hidhaatti reebichaan du'e, qonnaan bulaa | ||
| 42 | Naatoo Gulummaa | Shawaa Dhihaa, Dandii | 18 | Mudde 23, 2015 | ||
| 43 | Biraanuu Dinqaa | Kibba-Lixa Shawaa, magaalaa Wancii | Muddee 12, 2015 | abbaa ijoollee sadi'ii | ||
| 44 | Tolasaa Leellisaa | Horroo Guduruu, Aanaa Guduruu | Mudde 16, 2015 | |||
| 45 | Taaddasaa Dhaabaa | Shawaa Dhihaa, Abuunaa Gindabarat | Mudde 14, 2015 | |||
| 46 | Nasraddiin Mahaammad | Arsii Lixaa, Adaabbaa | ||||
| 47 | Misraa Hajii | Arsii Lixaa, Dodola | ||||
| 48 | Huseen Duulaa | Arsii Lixaa, Adaabbaa | ||||
| 49 | Ababaa Gabbisaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 50 | Baqqalaa Tumsaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 51 | Magarsaa Bajjii | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 52 | Naatoo Gulummaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 53 | Dajanee Baayyisaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 54 | Caaltuu Taaddasaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 55 | Biraanuu Bajigaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 56 | Baqqalaa Raggaasaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 57 | Taaddasaa Jambaree | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 58 | Tsaggaayee Abarraa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
| 59 | Dinqaa Caalaa | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
| 60 | Ashannaafii | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
| 61 | Galaanee Beekana | Shawaa Dhihaa, Cittuu | ||||
| 62 | Zarihuun | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
| 63 | Seefuu Turaa | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
| 64 | Aschaaloo Warquu | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
| 65 | Tashaalee Iregeessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 66 | Sirneessaa Saarbessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 67 | Darajjee Warqinaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 68 | Kabbadaa Taaddasaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 69 | Taaddasaa Abdiisaa | Shawaa Kibba Lixaa, Wancii | ||||
| 70 | Biraanuu Hayiluu | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
| 71 | Taaddasaa Dhaabaa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
| 72 | Taaddasaa Tsiggee | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
| 73 | Kabbadaa Xaafaa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
| 74 | Taaddasaa Dhaabaa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
| 75 | Baayisaa Gaddafaa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
| 76 | Abdataa Lataa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
| 77 | Inawugaw Hayiluu | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
| 78 | Boruu Guutamaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 79 | Taarikuu Asaffaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 80 | Haabtaamuu Tsaggaayee | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 81 | Waaqoo Morodaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 82 | Ayaanaa Riqitaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 83 | Saarbessaa Sirneessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Cittuu | ||||
| 84 | Leencoo Hundarraa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 85 | Salamoon Mogos | Shawaa Kibba Lixaa, Ammayya | ||||
| 86 | Taaddee Safaraa | Shawaa Kibba Lixaa, Ammayya | ||||
| 87 | Abbabaa Bulloo | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
| 88 | Yaalew Damisee | Shawaa Kibba Lixaa, Ilfata | ||||
| 89 | Disoo Milkeessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Ilfata | ||||
| 90 | Dabalaa Xaafaa | Shawaa Kaabaa, Caancoo | ||||
| 91 | Bilbilaa Lalisaa | Shawaa Dhihaa, Asgorii | ||||
| 92 | Caalchisa Gonfaa | Shawaa Dhihaa, Asgorii | ||||
| 93 | Lammeessaa Fayyisaa | Shawaa Dhihaa, Ambo | ||||
| 94 | Girmaa Raggaasaa | Shawaa Dhihaa, Ambo | ||||
| 95 | Ulfaataa Cimdii | Shawaa Dhihaa, Ambo | ||||
| 96 | Fiqaaduu Girmaa | Shawaa Dhihaa, Geedoo | ||||
| 97 | Darajjee Gaaddisaa | Shawaa Dhihaa, Geedoo | ||||
| 98 | Taammanaa Tsaggaayee | Shawaa Dhihaa, Geedoo | ||||
| 99 | Duulee | Shawaa Dhihaa, Geedoo | ||||
| 100 | Abdataa Baayyisaa | Shawaa Dhihaa, Baabbicha | ||||
| 101 | Chala Tashoma | Shawaa Dhihaa, Baabbicha | ||||
| 102 | Baqqalaa Seefuu | Shawaa Dhihaa Mugar | ||||
| 103 | Baqqalaa Sobbooqaa | Shawaa Dhihaa, Mugar | ||||
| 104 | Dajanee Saarbessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Gindo | ||||
| 105 | Muraad Abduu | Harargee Bahaa, Haromaayaa | ||||
| 106 | Miftaa Jundii | Harargee Dhihaa, Baddannoo | ||||
| 107 | Alaazar Qalbeessaa | Wallagga Dhihaa, Innangoo | ||||
| 108 | Eebbisaa Tuuchoo | Wallagga Bahaa, Fincaa'aa | ||||
| 109 | Qannoo Tolaa | Wallagga Bahaa, Gabatee | ||||
| 110 | Xilaahun Mullata | Wallagga Dhihaa, Dambi Doolloo | ||||
| 111 | Gamachiis Xilaahun | Wallagga Dhihaa, Najjo | ||||
| 112 | Damee Dabalii | Wallagga Dhihaa, Maqqanaajjoo | ||||
| 113 | Tafarii Dhangi'aa | Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjoo | ||||
| 114 | Ayyaanaa Bantii | Wallagga Dhihaa, Innangoo | ||||
| 115 | Luuccaa Gammachuu | Wallagga Dhihaa, Innangoo | ||||
| 116 | Gazzaany Oliiqaa | Wallagga Bahaa, Guduru | ||||
| 117 | Guutuu Qalbeessaa | Wallagga Dhihaa, Gullisoo | ||||
| 118 | Karrasaa Caalaa | Wallagga Dhihaa, Gullisoo | ||||
| 119 | Takkaalinyi Caalcisaa | Shawaa Lixaa, Ijaajjjii | Adoolessa 20, 2016 | barataa kutaa 11 | ||
| 120 | Ramadan Mahdi | Harargee Bahaa, Gursum | Adoolessa 14, 2016 | barataa kutaa 10 | ||
| 121 | Abdi Jibri | Harargee Bahaa, Gursum | Adoolessa 14, 2016 | qonnaan bulaa | ||
| 122 | Rashi Sule | Harargee Bahaa, Gursum | Adoolessa 14, 2016 | qonnaan bulaa |
Kanas Ilaalii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]- Such a Brutal Crackdown:Killings and Arrests in Response to Ethiopia’s Oromo Protests, Human Rights Watch, Waxabajjii 2016