Jechama

Wikipedia irraa

Jechamni gosa afoolaa ta'ee jecha ergaawwan dachaa fi cimoo dabarsuudha. Jechamni ergaa akeekkachiisuu, dheekkamuu, kakaasuu, barsiisuu fi iccitiin dabarfachuuf ni tajaajila. Jechama keessatti jechoonni gubbaa ifa yoo ibsaman keessatti immoo dhoksaan hubatamu.[1]

Fakkeenya jechama[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Safuu Oromoo keessaa tokko maqaa kabajaan nama waamuudha. Jechamni armaan gadii akka maqaa kabajaatti fayyadu.

Jechamoota maqaa fardaa

  • Abbaa booraa
  • Abbaa daamaa
  • Abbaa shaashoo
  • Abbaa magaal
  • Abbaa bulloo

Jechamoota maqaa erga fuudhaan/heerumanii

  • Abbaa Tamaam
  • Abbaa Dikoo
  • Abbaa Waarrii
  • Abbaa Billoo
  • Abbaa Saqqaa
  • Abbaa Bulbul

Jechamoota maqaa erga horanii

  • Abbaa Dhiiraa
  • Abbaa Ibsaa
  • Abbaa Iftuu
  • Haadha Ibsaa
  • Haadha Dhiiraa

Kanas ilaali[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Wabii[gulaali | lakkaddaa gulaali]

  1. Edesa.pdf "QAACCESSA SIRNA WAAQEFFANNAAFIFAYYADAMA AFAANII WARRA KALLACHAALLEE: GODINA SHAWAALIXAA AANAA DAANNOO". etd.aau.edu.et. [dead link]