Tarree Jechama Oromoo
Appearance
Tarree armaan gadii jechama Oromoo fi hiikkaa isaa waliin qaba.
| Jechama | Hiikkaa |
|---|---|
| abbaa aarrii | manguddoo |
| naanfaala | abbaa duulaa |
| nyaara haadu | salfi/qaanyi dhabu |
| harreef laata | waan gatii hinqabne |
| badaa warraa | hamaa |
| cilee dibee | maqaa xureesse |
| faana dhahee | duuka bu’ee |
| faxoore yaabbate | cunqursee itti reerrise |
| furii hojjetan | walgargaran |
| garaa kutatee | ni murate |
| haade kutee | roorroo jala ba'e |
| 1ffaa waaqa | dhugaa jiru/waan mul’atu |
| Ilkee buqqise | diina mo’atee |
| Irreecha baate | margaa jiidha qabate |
| itti girgirsee | itti kakaase |
| jaamadha | waa hinhubatu |
| lafee cabsee | dubbiin miidhe/arrabse |
| odaa jala jira | seeran bula |
| qubaa qabaate | beellama fudhate |
| safartuu | nama tilmaamtuu |
| Tuulate | kuusaate,cimsate |
| udaan laafe | balaatti seene |
| ummata fakkaate | amala tolee |
| waxaale | wa |
| arsee xururaa | dhuma odeessa |
| yoo hubatee | yoo galeef , yoo xiinxalee |
| bookisa kormaa | guuta |
| Harka fuudhu | nagaa gaafaachu |
| Fayyaa da'i | galatoomi |
| nyaara guuruu | oodu, aaruu |
| jennaan jenne | akkasii miti |
| Eeboo waaqaa | |
| Ekeraa fakkaate | |
| Dheekkamsa waaqaa | |
| Ergaa waaqaa | |
| Ergaa warraa | |
| Ergaa biyyaa | |
| Faana dhahe | |
| Safuu gate | |
| Balaa tasaa | |
| Foon jaalata |