Zalaalam Abarraa
Appearance
Zalaalam Abarraa (1953 - ) waloo fi qabsaawaa mirga Oromoo beekkamaa fi jaalatamaadha. Zalaalam walaloo miyaawaa Afaan Oromootin barreessuu fi dhimma hawaasummaa Oromoorratti xiyyeeffatuun beekkama.
Seenaa Duuba
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Zalaalam Abarraa Lixa Oromiyaa magaalaa Naqamtee bakka Waachaa jedhamutti abbaasaa Abarraa Tasfaa fi harmeesaa Qanaatee W/yesuus irraa bara 1953 dhalate. Yeroo inni umuriinsaa waggaa shanii maatinsaa waan gargar bahaniif irra caala akkoosaa biratti guddate.
Barnootasaa achuma magaalaa Naqamtee keessatti barate.
Wabii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]- Zelalem Abera (Interview), dhihootti kan baname: Sadaasa 6, 2015
- Zelalem Abera (Part 2), dhihootti kan baname: Sadaasa 6, 2015