Jump to content

User talk:Maammee

Page contents not supported in other languages.
Mata duree ida'i
Wikipedia irraa
Latest comment: waggoota 4 dura by Maammee in topic Wikipedia

Yaada kee!

Hojii Gaarii!..

[lakkaddaa gulaali]

Jabaadhu anis amma hojii walfakkaatu Oromoo Wiktionary irran jira. Yoo xiqqaate jechoota 3000 galcheera... Ammas ittan fufa. Ahrada2021 (talk) 19:58, 5 Bitootessa 2021 (UTC)Reply

What is my user link?

[lakkaddaa gulaali]

User: Maammee Maammee (dubbadhu) 09:35, 12 Waaxabajjii 2021 (UTC)Reply

Wikipedia

[lakkaddaa gulaali]

Wikipedian barruu kiyya gabaabaa jechuun na jalaa haqaa tureera. Amma barruu dhedheeraan dhufuun heda kaayyoon kee maali? Ahrada2021 (dubbadhu) 20:14, 12 Waaxabajjii 2021 (UTC)Reply

Baga Wikipedia deebite. Ani jijjiiramoota uumamani to'achaafi sirreessaa akkasumas darbee darbee barreessan jira. Kannen ati barreesites argeen jira, bayyee bareedaadha. Xiqqoo ishee style sirressan jira. Akka yaada kiyyaatti, otuu tarree barruu katabu barbaannu umnee yaada jedhuun qaba. Sana booda tarree san ilaala itti dabalaa deemna. Fekkaenyaaf tarree kanaa ilaali. Maammee (dubbadhu) 12:42, 18 Waaxabajjii 2021 (UTC)Reply