User talk:Ahrada2021

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Ani Eenyuu

Kuush Maddi Isaa Eessa?[lakkaddaa gulaali]

Eenyummaa kee bari Ahrada2021 (talk) 15:48, 6 Amajjii 2021 (UTC)

Inappropriate articles and links[lakkaddaa gulaali]

The articles you have been creating seem to be dictionary definitions, which is not appropriate in a Wikipedia (which is an encyclopedia, not a dictionary). In particular, pages like Acquaint and Acidic do not belong here, because the page titles are (1) not in Oromo and (2) not nouns (Wikipedia articles should be about things [nouns], not actions [verbs] or characteristics [adjectives]). Therefore, please limit any page titles you use to nouns or noun phrases in Oromo. Also, do not include links like "Afaan Ingiliish" or "Wikipidiyaa" at the end of articles. Links should be made on relevant words or phrases in the main text of the article itself (as in this edit), not just tacked on at the end. (An article should only link to a page like "Wikipidiyaa" if it is actually talking about Wikipidiyaa in the article text.) - dcljr (talk) 03:13, 11 Amajjii 2021 (UTC)

Please stop creating pages for non-Oromo words and phrases. This is (supposed to be) an encyclopedia, not a dictionary. There is already an Oromo Wiktionary where you can add dictionary definitions. - dcljr (talk) 15:15, 11 Amajjii 2021 (UTC)

Warning![lakkaddaa gulaali]

Stop create short pages without useful content.--WikiBayer (talk) 09:05, 12 Amajjii 2021 (UTC)

Barruu yeroo dabaltu[lakkaddaa gulaali]

Barruu dabala jirtuuf si galatoomfachuun barbaada. Anis siin gargaara. Hamma ji'a tokkoof waanan busy taheef malee. Barruu yeroo dabaltu otu linkii wahee sanii dubbatuus itti dabaltee. Wikipedia English gara afaan Oromootti jijjiiruuf Facebook fayyadamuu ni dandeessa. Maammee (talk) 19:56, 28 Amajjii 2021 (UTC)

Galatoomi Maammee! Amma ani Wiktionary irratti baay'ee dabalaan jira. Sanirratti na gargaari. Ahrada2021 (talk) 16:22, 30 Amajjii 2021 (UTC)

Haala salphaa ta'ee akka ta'uuf qopheesseen jira. Ahrada2021 (talk) 16:24, 30 Amajjii 2021 (UTC)

Na dubbisi!... Ahrada2021 (talk) 16:24, 30 Amajjii 2021 (UTC)

Dhiifama. Amma deebi'en jira. Wantaan si gargaaru yoo jiraate baayyeen gammada. Ani Aanaalee Oromiyaa keessa jiran hunda asi dabaluun yaadaa jira. Pilaanin kee hoo maaliidha? Galatoomi. Maammee (talk) 10:46, 5 Bitootessa 2021 (UTC)

Tole, Galatoomi maammee, akkuman siif hime karoorri ani qabadhee jiru jalqaba hangan dandahe hiika Jechootaa Wiktionary Oromoo naqee booda gara Wikipidiyaa deebi'uu heda. Ammaaf jechoota afaan Ingiliffaa qubee a'n jalqaban xumuree kan qubee b qindeeffachuun hojjetaan jira. Hangan danda'e ergan hojjedhee gara Wikipidiyaa deebi'uun barbaada. Ahrada2021 (talk) 10:57, 5 Bitootessa 2021 (UTC)