Talk:Fuula Dura3

From Wikipedia
(Redirected from Talk:Fuula Dura)
Jump to: navigation, search

DURRA DARRA JAFFA TAKKA!

Small request[Lakkaddaa gulaali]

Hello! I am a Polish wikipedian and I would like to ask you for your help - writing a new article about former Polish President who won the Nobel Peace Prize in 1983 – Lech Wałęsa. I have looked for his biography in your Wikipedia but without success. Polish Wikipedians will be grateful for your help. Thank you so much in advance! PS you can find the English version of the article here. Best wishes from Poland, Patrol110 11:41, 26 Muddee 2009 (UTC)

Seattle Public Schools[Lakkaddaa gulaali]

Hi! Does "Maneen Barmoota Seattle" mean Seattle Public Schools in Oromo? See http://www.seattleschools.org/area/fiveyearplan/translations/Oromo5yrplan.pdf - I posted the words at Commons:Category:Seattle Public Schools WhisperToMe 01:30, 16 Bitootessa 2010 (UTC)

You are close; it is "Manneen Barnootaa Mootummaa Siyaatil".

Wikipedia in Tatar[Lakkaddaa gulaali]

Dear friends, may I ask you to add a hyperlink to our Tatar Wikipedia (http://tt.wikipedia.org) to yourr Front page. Tatars - are turkic nation living in Tatarstan Republic, second biggest nation in Russian Federation. hope to hear from you soon. sincerely yours, Muhtac 21:56, 20 Bitootessa 2011 (UTC)

Spelling error[Lakkaddaa gulaali]

The spelling error in Oromo language section is shocking. The writer should correct those errors. He/She can use Oromo dictionary if they don't know how to spell Oromo words. I look at this problem seriously b/c it may render the Oromo section of wikipedia unusable. For example you can't search and find topics b/c they are misspelt when the topic is created. The searcher writing the correct spelling could not find the topic even if it is there b/c of the error in that topic in wikipedia.

Jimma[Lakkaddaa gulaali]

Maqa jimma jedhamu kana mogafam mooti duri kan kafdha dhufa Irra Kan kaedha kan jimma jedhamu dadese Jimma biyaa jalalati

Wantoota gaaffii natti ta'an tokko tokko[Lakkaddaa gulaali]

Kutaa 'Wikipedia" kan Afaan oromoo kana arguu kootti baay'ee gammadeen jira. Yaaliin afaan kanaan marsariitii kana irratti godhamaa jirus baay'ee natti toleera. Garuu, gaaffiiwwan tokko tokkoof deebii argachuun dadhabe. Hanga ammaatti akkan hubadhetti abbaan barbaade maxxansa "Wikipedia" irra jiru akka barbaadetti gulaaluu yookaan irratti maxxansuu ni danda'a. Kun ammoo abbaan barbaade akka barbaadetti wanta barbaade maxxansuu waan dandeessisuuf, qulqullina maxxansa as irra jiruu irratti dhiibbaa guddaa qaba. Barreeffama as irra jiru tokko eenyu akka barreessee fi dhugummaa isaa mirkaneeffachuunis waan danda'amu natti hin fakkaatu. Akkaataa fi seerri itti fayyadama marsariitii "Wikipedia" kanaas badaa naaf hin galle. Hanga danda'ametti hammuman hubadhe itti fayyadamaa, irratti hojjechaan qorachaa adeema. isinis hanga hubattan akka na hubachiiftan kabajaa fi jaalala guddaadhaanan isin gaafadha. Galatoomaa! Horaa! Bulaa Lammii koo!