Sibiilala(keemistirii)
Appearance

Gabatee piriyoodii tokkoon tokkoon elementii yeroo meeqa akka sibiilaa hin taaneetti akka ramadamu agarsiisu:
Sibiilaloonnii elementoota amaloota fiizikaalaa fi keemikaalaa faallaa sibiilotaa qabu.. Isaanis giraafaayitii irraa kan hafe sibiilalootni hundiinuu dabarsoo ho’aafi elektirikaa miti, hin calaqqisaneefi yommuu tumaman ni caccabuu, hinbattaa’an, hinshibeefamanis. Sibiloonnii faalkaalee wantoota sadan (jajjaboo, dhangala’aa fi gaazii) keessatti teempireechara daree keessatti jiraachuu danda’u. Fakkeenyonni sibiilalootni oksijiinii, naayitiroojiinii, kaarboonii, salfarii fi kilooriinii ni argamu.