Sanbata

Wikipedia irraa

Sanbata(Saftii,Qidaamee) guyyaa jalqabaa torbanii yoo ta'u Jimaata fi Dilbata gidduutti argama . Sanbata guyyaa Yihudoonni fi Adveentistoonni guyyaa torbaffaa itti kabajanidha.