Dilbata

Wikipedia irraa

Dilbata(Alada) guyyaa jalqabaa torbanii yoo ta'u Sanbataa fi Wiixata gidduutti argama . Biyyoota Isniina guyyaa jalqabaa torbaniitti, Wiixata guyyaa dhumaati.