Jimaata

Wikipedia irraa

Jimaata torban keessaa guyyaa shanaffaa yoo ta'u [1] Kamisa booda fi Sanbata dura dhufa . Maqaan guyyaa kanaa bara Islaamummaa duraa Al-Urouba ykn Orouba ture.Afaan oromoon maqaa guyyaa kana kan Afaan Arabiffarra liqeeffate yoo ta'u guyyaa kabajamaa Muuslimootaati.

  1. لسان العرب لابن منظور - مادة سبت: "...والسَّبْتُ من أَيام الأُسبوع، وإِنما سمي السابعُ من أَيام الأُسبوع سَبْتاً، لأَن الله تعالى ابتدأَ الخلق فيه، وقطع فيه بعضَ خَلْق الأَرض"