Qorkee
Appearance
| ?Qorkee | ||||||||||||
|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
| odeeffannoo saayinsaawaa | ||||||||||||
| ||||||||||||
Qorkee ( Roomaa : Alcelaphus buselaphus ) hoosistuu Itoophiyaa fi Afrikaa keessatti argamudha .
Maalummaa saayinsaawaa bineensichaa
[gulaali | lakkaddaa gulaali]qorke gosa tokko qofa yoo ta'u gosa kana keessatti gara gosa xiqqaa 8tu jira. Gosti xiqqaan A. buselaphus tora Itoophiyaa fi Ertiraa keessatti argamu akka badu yaadameera; 250 qofatu hafe jedhama.