Poortaalii:Seenaa jireenyaa

Wikipedia irraa


P vip.svg
Seenaa jireenyaa

Seenaan jireenyaa gosa al-asoosamaa ta'ee ibsa ballaa jireenya nama tokkoo kan ofiin ykn nama biraatiin barraaweedha. Seenaan jireenyaa odeeffannoo barnootaa, hojii, hariiroo fi du'a nama sanii caala muuxannoo inni qabu of keessatti qabaata. Seenaan jireenyaa hawaasni akka irra waa baratuuf xinxila ballaa taatee fi mudannoo jiruu dhuunfaa of keessaa qaba. Jireenyi nama beekkamaa, hayyuu, abba gadaa, qaalluu fi gootaa barreeffamee akka seenaa jireenyaa ol kaa'ama.

Crystal Clear action history.png
Leswi nga ndzeni ka nyangwankulu lowu
Wiikipiidiyaa Afaanota Afrikaa kan Biraatin