Jump to content

Meettaa Roobii

Wikipedia irraa

Aanan Meettaa Roobii aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo ta'u Godina Shawaa Dhihaa keessatti argama. Karaa kibbaa aanaa Ejereetin, karaa kibba-lixaa aanaa Jalduutin, karaa kaaba-dhihaa aanaa Gindabaratiin, karaa kaabaa laga roobiin, fi karaa bahaa aanaa Ada'aa Bargaatin daangeffamee argama.gootaa akka Garbii Bultoo,Walee Bultoo kan qabdu yoo tahu gaarreen akka Tulluu qacamaa/gaara qillisaa/ ni qabdi.Magaalaa guddaan aanaa kanaa Shinoo akkasumas magaala Aanaa keessatti argaman Magaala Qaxqaxxoo,Magaala Golaa fi laga Roobii faa keesatti argamu.

yeroo ammaa kanatti meettaan aanaalee lamati hiramtee argamti meettaa Roobi fi Meettaa Walqixee jechuudha, kana malees meettan Gootota akka Kabadaa Buzuunash, Talkuu Tasamaa... faa qabdi[maanguddoota Meettaa Gamaa 1]


Aanolee Shawaa Dhihaa
Aanaa Ambo | Abuunaa Gindabarat | Ada’aa Bargaa | Baakkoo Tibbee | Calliya | Daannoo | Dandii | Ejeree | Gindabarat | Ilfata | Jaldu | Jibaat | Magaalaa Amboo | Meettaa Roobii | Midaa Qanyi | Noonnoo | Tokkee Kuuttaayee | Xuqur Incinnii
  1. maanguddoota Meettaa Gamaa
Cite error: <ref> tags exist for a group named "maanguddoota Meettaa Gamaa", but no corresponding <references group="maanguddoota Meettaa Gamaa"/> tag was found.