Jibaat

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Aanaan Jibaat aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo taatu Godina Shawaa Dhihaa keessatti argamti. Aanan kun karaa kibbaa aanaa Noonnootiin, karaa kibba-lixaa Godina Shawaa Kibba Lixaatin, karaa bahaa aanaa Xuqur Incinniitin, karaa kaaba-bahaa aanaa Tokkee Kuttaayeetiin, fi karaa dhihaa aanaa Daannotiin daangeffamee argama. Magaalaa guddaan aanaa kanaa Shanan jedhama.

Wabii[gulaali | lakkaddaa gulaali]


Aanolee Shawaa Dhihaa
Aanaa Ambo | Abuunaa Gindabarat | Ada’aa Bargaa | Baakkoo Tibbee | Calliya | Daannoo | Dandii | Ejeree | Gindabarat | Ilfata | Jaldu | Jibaat | Magaalaa Amboo | Meettaa Roobii | Midaa Qanyi | Noonnoo | Tokkee Kuuttaayee | Xuqur Incinnii