Jump to content

Doqdoqqee

Wikipedia irraa
Doqdoqqee

Doqdoqqeen (ykn mootar saayikiliin) shararrisaa namoota bakka tokko irraa gara bakka biraatti geessuuf itti fayyadamudha. Akka konkolaataa ykn baliila golollee 4 hin qabu . Akka biskileetii golollee 2 qaba, akkasumas motora akka konkolaataa qaba. Mootar saayikiliin yeroo baayyee nama tokkoon kan oofudha. Imaltuu tokkos dugda mootar saayikilichaa yaabbachuu danda'a. Mootar saayikiliin tokko tokko konkolaataa cinaa imaltuu biraa fe'uu danda'u qabu.