Atamii
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
Atamiin bu'uura wantootaa yoo ta'u garaa walakkaasaa keessaa niwuukilesii yabbuu ta'e qaba. Niwuukilesii kanatti elektiroonota chaarjii nageetiva ta'e qabanitu marsee argama.