Amaaqeexa
?Amaaqeexa | ||||||||||||||
---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
![]() | ||||||||||||||
odeeffannoo saayinsaawaa | ||||||||||||||
| ||||||||||||||
"Acinonyx jubatus" (Linnaeus, 1758) | ||||||||||||||
![]() |
Amaaqeexa hoosistuu Itoophiyaa keessatti argamudha .
Maalummaa saayinsaawaa bineensichaa[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Yeroo ammaa kana cita qaccee Cifa dhaabbatoo (Acinonyx) keessaa Amaaqeexaa qoftu jiradha. Miseensonni cita qaccee isaa yeroo dheeraaf badan biroo lafee irraa adda baafamaniiru.