Afaan Arabaa
Jump to navigation
Jump to search
Afaan Arabaa (العربية/عربي/عربى) | |
---|---|
Kan dubbatamu: | Afrikaa: Aljeeriyaa, Chaad, Ijiipti, Jibuutii, Komoroos, Liibiyaa, Mooritaaniyaa, Morookoo, Sahaaraa Dhihaa, Somaaliyaa, Sudaan, Tuniisiyaa Eshiyaa: Baahireen, Iraaq, Isiraa'el, Joordaan, Kuweet, Libaanon, Omaan, Kaataar, Sa'ud Arabiyaa, Siiriyaa, Yaman, Yunaayitid Arab Imireetis |
Naannoo: | Afrikaa, Eshiyaa |
Dubbattoota: | 280.000.000 |
Sadarkaa: | 5 |
Qooddama: | Afroo-Eshiyaatiik Afaan Arabaa |
Haala Ofiseelummaa | |
Afaan ofiseelaa: | |
Kan too'atu: | |
Koodii | |
ISO 639-1 | ar |
ISO 639-2 | ara |
![]() | |
Kanas ilaali: Afroo-Eshiyaatiik – Afaan |
Arabiffi maqaa afaan kan Arabiffaa nannoo jaarraa 6ffaa keessa turerraa dhufeef kenname dha. Kunis afaan barreeffamaa fi Arabiffaa adda adda bakka adda addaatti dubbataman, Giddugala Bahaatii kaasee, Kaaba Afrikaa fi Gaanfa Afrikaa keessatti kan dubbatamu of jalatti qabata. Arabiffi maatii afaan Afiroo-Eeshiyaatikii jalatti ramadama.