Maayitoosisii



Maayitoosisii(Addaan bahiinsa walqixaa)n adeemsa hirmama seelii ilmoolee seelii lama kan walii fi warra isaanii fakkaatan oomishudha. Adeemsa kana keessatti seeliin ilmoo seelii warraa wajjin lakkoofsa kiroomsomootaa haalaan wal fakkaatan qabu.
N __________ N
2N __________ 2N
46____________ 46
Gosti hirmama seeli kun yeroo guddina orgaanizimoota fi wal-Hormaata al-saalessaa kan geggeeffamu dha. Sadarkaa Maayitoosisii hirmama seelii kana bakka afuritti qooduun ni 69 danda’ama. Kunis piroofeezii, meetaafeezii , anaafeezii fi teeloofeeziidha