Maarlin Moniroo

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Maarlin Moniroo (Marilyn Monroe) (maqaa dhaloota Noormaa Jiin Mortensen; Waxabajjii 1, 1926 – Hagayya 5, 1962) aakterii Ameriikaa fi weellistuu, kan mallattoo walqunnamtii saalaa guddittii ta'uu dandeessedha. Bara 1950n fi 1960n keessaa fiilmii gabaarratti baayyee milkaa'an hedduu keessatti hojjateerti.