Inorganic ions
Appearance
Inorganic ions binensotta fi plant kuniin ionii hojaa cell ademsisuf barbachisaa ta'ee dha. Tissue nafa kessatti ionotni kuni electrolytes jedhamani bekkamu, isaanis walit-qabamu hirree (muscle) fi hojja neuron irratti fayyida qabu. Isaanis Dhibaa osmotic fesashi dhigaa fi akkasumas hojja nafa birraa bayyef tajajila gudda kennu. Asiin gadii ionotti lubbu qabatotta fi bayye barbachisaa ta'an fi fakkeni fayyida isaani barrefame jirra:
- Ca2+, Calciumiin kutta lafee fi ilkaaniit. Akkasumas ergaa nafaa kessatti dadabarsa, ionotni asii gadii bayeenis ni dabarsu. Calcium deficiency ilalii
- K1+, Potassium ions fayyidan isaani gudaan binensotta kessatti qabani osmotic balance eegy, kessattu kalee kessatti. Potassium deficiency ilalii.
- Na1+, Sodium ion kuniin fayyida potassium ion wajjin wal-fakkatu qabu. Sodium deficiency ilalii
- Mg2+, Fayyida gudaan magnesium ion kutta chlorophyll ta'uu isaanit. Magnesium deficiency ilalii
- Cl1-, Chloride ion ilmee nama kesatti dabarsuu dadhabun Cystic fibrosis jedhama.
- CO32-, gogaan yokan uffisii binensotta bishaan kessa calcium carbonate dha. Dhigaa kessatti tilmamaan persentiin 85% carbon dioxide gara carbonate ionit (acid kan ofii kessa qabut) jijjirama, kunis ademsii dhigaa kessaa akka dafee ademuu godhaa..
- PO43-, Adenosine triphosphate kuniin molecule energy olka'udhaan bekkamu dha. lafeen calcium phosphate dha.
- Fe2/3+. Haemoglobin, kan oxygen ofiit batee ademuu kuni, iron ion ofii kessa qaba.