Hundee N

Wikipedia irraa
Mallattoo hundee herrega keessatti

Herrega keessatti, hundeen nffaan(Afaan ingilizing : nth root) lakkoofsa x lakkoofsa r yoo ta’u, gara aangoo ntti yeroo ol ka’u, x argamsiisa:

Fakkeenyaaf:

  • 2 hundee afraffaa (n = 4) 16 ti, sababni isaas
  • 3 hundee mirree (n=2) 9 waan ta’eef .

Qubeen n asitti waan hundee digrii jedhamu dhaabata . hundee sadarkaa lammaffaa hundee mirree jedhamu, akkasumas hundee sadarkaa sadaffaa hunde-sadee jedhamu, fi kkf. Akkasumas sadarkaa hundee yeroo hin jenne wanti jedhame hundee mirree ta'uun isaa hubatamuu qaba.

Walumaagalatti, hundeen digrii n qabu hundee nffaa jedhama. Hundeewwan yeroo baay’ee mallattoo Hundee fayyadamuun barreeffamu , mallattoo Hundee mirree lakkoofsa agarsiisa, Innis hundee sadee lakkoofsa agarsiisa, akkuma mallattoo hundee afraffaa fi kkf agarsiisa.

Herrega keessatti, hundeewwan haala addaa <b>Aangoo</b>, kan keessatti muldhisaa hirmeemmii ta’e :