Hawussaa

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Hawusaa (هَوُسَ / hausa)
Kan dubbatamu: Naayijeeriyaa, Niijer, Kaameruun, Chaad. Kootdivo’aar, Gaanaa, Beeniin, Burkinaa Faasoo, Toogoo
Naannoo: Afrikaa
Dubbattoota: 34 000 000
Sadarkaa:
Qooddama: Afroo-Eshiyaatiik
Hawussaa
Haala Ofiseelummaa
Afaan ofiseelaa: Naayijeeriyaa
Kan too'atu:
Koodii
ISO 639-1 ha
ISO 639-2 hau
Hausa language map.png
Bakka itti dubbatamu
Kanas ilaali: – Afaan

Hawussaa (Yaren Hawussaa ykn Harshen Hawussaa) afaan Chaadiik (damee maatii afaan Afiroo-Eeshiyaatikii) kan nama baayyedhaan dubbatamu dha. Hawussaan akka afaan jalqabaatti ummata naannoo miliyoona 34n dubbatama, akka afaan lammaffaatti ammoo ummata naannoo miliyoona 18 oltu dubbata, dimshaashatti ummata naannoo miliyoona 52n dubbatama.