Ciigoo

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Ciigoon ummata Oromoo biratti tooftaa dubbii haala dhoksaa ta'een yeroo dabarsuun barbaadamu itti fayyadamuudha. Ciigoon ergaa lama of keessaa qaba. Kunis ergaa isa if ta'e kan namni kamiyyuu salphaatti baruu danda'u fi ergaa dhokataa kan salphaatti hin argamnedha. Ergaa ifatti mul'atu soorgoo yoo jedhamu ergaan inni dhokataan sookkoo jedhama.

Fakkeenya[Gulaali | Lakkaddaa gulaali]

Nutti haa tolu jennee
Harree manaa baafne

  • Ciigoo: Harree
  • Soorgoo: beellada luka afurii, harree, manaa baafne
  • Sookkoo: mana qulquleessine

Kanas ilaali[Gulaali | Lakkaddaa gulaali]

Tarree Ciigoo Oromoo

Wabii[Gulaali | Lakkaddaa gulaali]